Amos 6:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Guddaani akana kakhate biyya gorse waan jed'e: Anini kiyyiba worra Yakobo injibba, maneeni worraa ta ch'okhani intufad'a. Anini dira worratiifi waan keesa jira ch'ufa harka nyaapati kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi banii maraa, «Ani raaga banii Israa'elii jibbeera; mana mootummaa isaanii ka bareedellee ceem'eera; ani sababaa kanaaf qachatti'ii fi worra isii keessa jiraatan maraa diinatti dabarsee kenna» jedhee ufiin kakateera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan Mootiin Waan Maraa, Mootiin Waan Maraa Waaqi Waan Mara Dande'u, ifiin kakatee, «Koora kolbaa Israa'elii jibbeera; kushee isi'iille diqadheera; tanaaf qachaa isaaniitii fi waan qachaa keessa jiru mara diinotaaf dabarsee hin kenna» jedheera.