Amos 7:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi daayyani waan kana na agarsiise. Wonti anini arge isa tuuta awaanisaa mid'aase, eegi okhaya hayyu haamani, ta buuyooni maro lameeso baate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Gooftaan mudhata kana natti mudhise; midhaan mootichaa ka gaye haga haamameen maayessa midhaan gabo'oo ka deebi'ee biqile irratti Rabbi akka tuunni awwaannisaa bu'u godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kun waan Goottaan Mootiin Waan Maraa natti mudhise: Midhaan mootichaa haammamee galeen duuba, haaga'een yennaa lattu Mootiin Waan Maraa awwaannisa buuse.