Amos 7:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amaziani, qaalluuni Betheli, qonqo gara Yeroboamu, hayyu Israeli, erge waan jed'eeni, Amosiini si jala jira, inni gumi Israeli keesa dedeeme si balleesu fed'a. Dubbini isaa suni lafa balleesiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ameesiyaasiin gadichi Beeteelii ergaa gara Iyyoorbi'aamii mootii Israa'elii «Amootsi banii Israa'elii keessa taa'ee sitti malata'aara; baniin dubbii isaa obsuu hin danda'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba hayyichi Bet'elii Amaasiyaas, gara Yerobi'aamii mootii Israa'elii ergaa ergee, «Kunoo Amos kolbaa Israa'elii oddu'utti mala si'itti dhowiisatti jira; waan inni dubbatiisa jiru latti tun ba'atiisa hin dandeettu.