Amos 7:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi huji tiyya ta tikha keesaa na fuud'e waan naani jed'e, Beeni, gumi tiyya ta Israeliti woi himi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu hulee ani hoolota itti tissuu na fuudhee ka ‹Deemii banii kiyya Israa'elitti raaga dubbadhu› jedhee na ajaje Rabbuma.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ammoo addee ani horii tissuu na fuudhee, ‹Dhaqiitii kolbaa tiyya Israa'elitti raaga dubbadhu› naan jedhe.