Amos 7:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daayya suni keesa awaanisa waan doti ch'ufa nyaatu arge; jennaani anini waan jed'e, AABBO Waaqa Gudda, gumi tanteeti araarami, gumiini Yakobo akami waan kana iraa hafti? Gumiini sunini diqo ammalle laaftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan akka awwaannifni marga lalise maraa dheedanii fixan hennaa arge, «Rabbii Gooftaa'a! yabo'oo yakka banii keetii dhiisi! baniin kee Israa'el waan hunna hin qabneef attamitti dhaabatanii jiraachuu danda'an?» jedhee kadhadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Awwaannisi marra lafa irraa nyaatee yennaa fixe, ani, «Ee Gootta'a Mootii Waan Maraa, maganne'e Israa'eliif araaram; Israa'el hunna waan hin qanneef, attam waan kana irraa hafuu dandeetti ree?» jedhee daadimadhe.