Amos 7:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi herega isaa garagalfate waan jed'e, Wonti atini agarte sunini intaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi garaa isaanii laafee «Wonti ati argite kun hin raawwatamu!» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Mootii Waan Maraa marroo waan kanaa gaabbee, «Tun hin teetu» jedhe.