Amos 7:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Guddaani ammalle daayya keesa woi na agarsiise, Wonti anini arge isa gumi ufii ibidaani balleesa kurfefatu arge. Ibidi suni qile, d'immu bisaani gube lafale gube.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mudhanni biraa ka Rabbi Gooftaan natti mudhise kana; Rabbi Gooftaan murtii adabbii ibiddaa dabarse; ibiddi sun galaana nyaatee haga gosseen maayessa lafa gubuu jalqabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tun waan Goottaan Mootiin Waan Maraa natti mudhise: Goottaan Mootiin Waan Maraa ibidda mura'aa waame; ibiddi sun abbaayaa qile'ee gossee lafa luxub godhe.