Amos 7:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini waan jed'e, AABBO Waaqa, lakisi! Gumiini Yakobo akami dandeete waan kana iraa hafti? Gumiini sunini diqo ammalle laaftu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa san, «Rabbi Waaqa kiyya! yabo'oo akka ibiddi dhaamu godhi! baniin kee Israa'el waan hunna hin qabneef attamitti dhaabachuu danda'an?» jedhee kadhadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ani, «Ee Gootta'a Mootiin Waan Maraa, ibidda kana akka dhaamu godhi; Israa'el hunna waan hin qanneef, attam ibidda kana irraa hafuu dandeetti ree?» jedhee daadimadhe.