Amos 7:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni, Amosi, maani agarta? jed'e na gaafate. Anini waan jed'eeni, Haada mana jaaraniini qajeelchani arga. Jennaani inni waan naani jed'e, Anini haada kanaani, aka gumiini tiyya ta Israeli qajeela injirre, garsiisa. Anini deebie worraa araarame biraa indeemuufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni, «Amootsi! wonti ati arga'aartu maali'i?» jedhee na gaafate. Anillee «Tumbi'i» jedheen. Gooftaanillee «Baniin kiyya Israa'el akka dallawa Tumbi'iin qajeelee hin ijaaramnee worra daban ta'anii waan mudhataniif tumbiin kun fakkeenna dabnana Israa'elii mudhisu; ani uduu isaan hin adabne hin dhiisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni anaan, «Amos! Maan dhaggiisatti jirta?» jedhee na gaafate. Anille, «Tumbii dhaggiisatti jira» jedheen. Achiin duuba Mootiin Waan Maraa, «Kunoo, ani tumbii kolbaa tiyya Israa'el odduu hin keya; haganaa achi ani adoo isaan hin adabin irra hin dabaru.