Amos 7:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla ilmaani Isaaqo iti Waaqa kad'atu balleesani fulla qulqullo Israelile ch'ach'absani. Anini worra hayyu Yeroboamu goraadeeni had'e balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Huleen sagadaa gugurdaan ka ilmaan ijoollee isaa hin diiggama; huleen woyyuun Israa'eliillee diiggamanii ona ta'an; ani mootummaa Iyyoorbi'aamii sirima balleessa» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addeen waaqonfanna'aa ta Yisihaqii hin baddi; addeen woyyittiin Israa'eliille hin diiganti; sanyii Yerobi'aamii mootichaa irratti ani shallaagaa kiyyaan hin ka'a» jedhe.