Amos 8:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami lafa keesa mirgaa bita, ilaborutiifi ila galchu mare fulla ch'ufa dubbi AABBO Waaqaa barbaada, ammo inargatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin maruu kaabaa haga kibbaa, baya biiftu'uutii haga dhiya adu'uu dubbii Rabbii argachu'uuf hulee maratti raantayan; garuu hin argatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti jecha Mootii Waan Maraa barbaadatiisaaf, abbaayaa takka irraa gara abbaayaa taanii, kaaba irraa gara kibbaa hin joonjan; isaan ammoo isa hin dhagganu.