Amos 8:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle nami waaqoota d'ara ta harkaani mid'aasani ta Samariatini kakhate, ka maqa waaqa Danitiini yokhaani maqa waaqa Beershebatiini kakhatu, imbada, inni deebie inkau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri maqaa waaqa tolfamaa dubartii Samaariya'aa ta Ashmaa jedhamtee waamamtuun kakatan Waaqa Daanii yookaan Waaqa Beersaabeehii jedha'aa kakatan maruu hin kufan; isaan hulee kufanii sirima ka'uu hin danda'an» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri waaqa dharaa ka Samaariyaa keessaatiin kakatu, yookiin ka, ‹Ee, Daan, dhugaa waaqa jiraata keetii› jedhu yookiin ka, ‹Dhugaa waaqa Bersheeba'aa› jedhu, isaan hin jigan; deebi'aneelle hin ka'anu» jedha.