Amos 8:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya suni sirbi mana hayyuti sirbani iyyanna bohaa taha. Ammalle reefa nama heddu fuud'ani ch'alleesaani alati gatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laagaan sirbaa ka isaan mana mootumma'aa keessatti dhageessisan guyyaa san gara booyichaatitti jijjiirama; reeffi nama hedduu hulee maratti kufee argama; cadhisanii hulee maratti gatan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Faaruun Galma Waaqaa keessaa gara bowaa hin jijjiiranitti; reeffi namaa hin bacata; addee maralle'etti hin gatama. Cadhi hin jedhan» naan jedhe.