Amos 8:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'aqasa, isani ka dippata lafa teesani ira ejaanjattani, hiyyeeyi lafa keesaa hobaasu feetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worri mirga worra rakkatanii dhiibdanii fi worri hiyyeeyyii biyya keessaa balleesuu barbaaddan maruu kana dhagayaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin rakkataa irra worri sirbitanu, hiyyeeyyii lafa irraa worri balleessitanu, tana dhage'a'a!