Amos 8:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi, Waaqi Yakobo, kakhate waan jed'e, Anini deebie waan hamtu worri tolche inded'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin Yaaqoobii fi fiixaan isaa ka isaan dhaadatuu akkana jedhee ufiin kakate «Ani hujii isaan hojjatan maraa hin irraanfadhu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ulfinna ifii ka Yaaqoobiin jajatuun kakatee, «Ani hujii isaan hujane mara hin dedhu» jedheera.