Amos 8:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'e, Guyya suni anini adu guyya guddaani d'iisise guyya guddaani lafa dukaneesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Gooftaan akkana jedha, «Ani guyya'aan akka aduun seentu godha; «guyyaa wodhakka'tti lafa dukkaneessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan Mootiin Waan Maraa, «Guyyaa san aduun saatii jaatti akka seentu hin godha; ifa guyya'aa keessa latti akka dukkanoottu hin godha.