Amos 9:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama kiyya ka daba tolchu, ka, Hameenni nu ind'aqabu jed'u ch'ufa goraadeeni balleesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri cubbamtootaa ‹hamaan woyiituu nu irra hin gayu yookaan nu hin argu› jedha'aa banii kiyya keessa jiraatan maruu lolaan dhuman.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaa tiyya keessaa worri cubbaaleyyiin, ‹Wonni hantuun nu hin dhaqqaddu yookiin nu hin geettu› jedhu marti shallaaga'aan hin du'an.