Amos 9:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Guyyaani ind'ufa, ka anini mana Daudi, ka jige aka hoosa jiru, deebise fulla isaa ta ch'ach'abde ch'ufa mid'ad'aase jaare aka qara inni jiruti deebisu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Hennaan mootummaan Daawitii ka akka mana diiggamee jiru deebisee itti dhaabu hin dhufa; dallawa hin ijaara; ka diiggame hin haarawoomsa; akka bara duriititti deebisee ijaara.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootummaan Daawitii akka dunkaanii jiddee ti. Ani ammoo bara san deebisee isii ol hin kaasa; addee isiin ciccitte hin erba; waan bututtelle adde'etti deebisee ijaaree, akkuma isiin dur jirtu hin godha.