Amos 9:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka akanaani worri Israeli lafa Edomu ta hafteefi lafa d'ibi ta duri nama kiyya dabsatte fud'atu. Nami akasi jed'e AABBO Waaqa, ammalle waan kana isumati tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaataa kanaan isaan worra biyya Eedomii irraa hafanii fi banii biraa ka maqaa kiyyaan waamaman maraa hin dhaalan jedha» Rabbiin waan kana godhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Israa'el worra biyya Edoomiititti baraaree hafanee fi gosa biyya adda addaa ka maqaa kiyyaan waamamanu mara hin qabatti» jedha Mootiin Waan Maraa ka waan kana akka isiin teetu godhu.