Amos 9:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gumi tiyya ta Israeli lafa worrati deebise, worri dira worraa, ka jige aka hoosa tahe, deebise jaarate keesa qubata; worri zabibu oobrate, daad'i iraa d'uge; oobru qote fach'aase, mid'aani iraa nyaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani banii kiyya Israa'eliin deebisee gara biyya isaanii isaan fida; isaan qachoota ufii ka diiggaman deebisanii ijaaranii keessa jiraatan; woyinii dhaabanii daadhii woyini'ii dhugan; biqiltuu gara garaa dhaabanii daraaraa isaa nyaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani kolbaa tiyya ta booji'ante Israa'el gara lafa isaaniititti hin deebisa; isaan qachaa ifii ka diigame deebisanee ijaaratanee keessa hin le'an. Muka woyni'ii dhaabbatanee, daadhii woyni'ii irraa hin unan; oorruu adda addaa dhaabbatanee midhaan irraa hin nyaatan.