Amos 9:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gumi tiyya lafa anini iti kenneti oobre, deebiani worra achii imbaasani. Nami dubbi tana jed'e AABBO Waaqa keesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani banii kiyya Israa'eliin biyya isaanii kenne irratti isaan dhaaba; lammata buqqa'anii achii hin bayan.» ka waan kana dubbata'aaru Rabbii Waaqa keessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani kolbaa tiyya Israa'el lafa isaaniititti deebisee isaan hin dhaaba; lafa ani isaanii kenne irraa deebi'anee ijjumaa hin buqqa'anu» jedha Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan.