Amos 9:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato worri lafa qote fulla Ekhera d'aqele, harki kiyya inuma d'aqaba. Ato gubba gara Waaqa koranile, anini achilee gaduma buusa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoma isaan lafa qotanii worra du'anitti eda'amanillee achi keessaa butee isaan baasa; yoo gara sami'ii ol butamanillee ani achii deebisee isaan buusa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan qotatanee gara qilee addee worri du'e jiruulle yoo gad bu'ane, harki kiyya achi keessaa isaan hin baasa; gara ol-gubba'aa yoo bayanelle, ani achille'ee gad isaan hin buusa.