Amos 9:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato worri fiit'e gaara Karmeli gubbati d'okhatele, anini barbaade worra qaba. Yo worri na duraa deeme baariini keesati d'okhatele, anini jawe baariini iti erge nyaachisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo gaara Qarmeloosii irra bayanii dhokatanillee faana dhayee achii isaan baasa; yoo galaana xiillaa keessa seenanii na jalaa dhokatuu badadan akka isaan iddu jawwee galaana keessaa ajaja.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaara Qarmelosii gubba'atti yoo dhokatanelle, ani achi irra isaan barbaadee qabee gad isaan hin buusa. Abbaayaa jalatti yoo na dhokatanelle, achitti dhudhuufaan akka isaan iddu hin ajaja.