Amos 9:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nyaapi worra boojie lafa d'ibi geese, anini goraade iti erge worra hobaasa. Anini ya kutad'e, aka worra inqarqaare, yo balleesu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo diintota ufiitiin booji'amanii fudhataman akka achitti ajjeefaman isaan taasisa; akkaataa kanaan akki ani xiinxallee itti isaan hordofu kun isaan miidha malee isaan hin fayyadu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Booji'amanee diinota ifiitiin yoo deemanelle, achitti isaan qaliisaaf shallaagaa hin ajaja; dansa'aaf adoo hin te'in, ila hantu'uun isaan hin ilaala» jedha.