Amos 9:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Guddaani lafa tuqe chochoosa, nami keesa tau ch'ufti imboha. Lafti ch'ufti aka galaana Misiri fach'aate deebiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyyi maruu akka laga Abbaayii ka biyya Misirii olii gad raafaman; Rabbi Gooftaan banii maraa hennaa lafa tuqe hin baxxi; worri isii keessa jiraatan maruu hin booyan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dande'u, lafa hin tuqa; isiin hin baxxi; worri isii irra le'u marti hin bowa; latti marti akka Laga Nayilii ol hin kaati; achiin duuba akka bisaan laga Gibxi'ii gad deebiti.