Amos 9:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi mana ufii gubbati jaarate, gubba suni lafaani gubbaa tolcha. Inni bisaani baariini gayaame lafa gubbati jissa. Maqaani isaa AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka hulee jireennaa ufii samii godhate, ka ardi'ii olitti samii jabeesse, ka bisaan galaanaa ajajee akka lafa irra jigu godhu, maqaan isaa Rabbi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka mana ifii ol-gubba'atti ijaare, hundee mana sanii lafa irratti ka hundeesse, ka bisaan abbaaya'aa waamee, lafatti lolaasu maqaan isaa Mootii Waan Maraa ti.