Amos 9:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini, AABBO Waaqi, gosa dabditi tana ta Israeli ilaani tissuu jira, lafale iraa balleesa, ammo ilmaani worraa ch'ufa imfit'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbi Gooftaan gara cubbamaa mootii Israa'elii hin laala; ani lafa irraa isii balleessa; ta'ullee fiixaa Yaaqoobii mara hin balleessu; ka waan kana dubbate ana Rabbi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugumaan ani Goottaan Mootiin Waan Maraa ilti tiyya gara mootummaa Israa'elii cubbaaletti'ii hin ilaalti; lafa irraa isii hin balleessa; te'uu malee baraaree sanyii Yaaqoobii hin balleessu» jedha.