Colossians 1:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akka isin akka Goota'aa maltetti le'iisaan guutuma guutu'utti isa gammachiittanu, hujii dansaa hujiisaan midhaan akka buuttanuu fi Waaqalle beekiisaan ittuma guddattanu hin daadimanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoosi aka Aabbooni fed'u teetani, hojja ch'ufa waan inni jaalatu tolchitani. Jireenni keesani waan isani hojattani ch'ufa keesati mid'aani baasa, isanileeni beekhuma Waaqa keesa guddattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo akka Aabboon fedhu teettanii yo cufa waan innii jaalatu tolchitan. Jireennii keessan waan isan hojjattan cufaa keessatti midhaan baasa, isaniilleen Waaqaa beekaa guddattan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hujii mishaa maraan daraaraa daraara'aa, beekkumsa Rabbiitiin guddata'aa,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hujii mishaa maraan daraaraa daraara'aa, beekkomsa Rabbiitiinillee guddata'aa,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana Goofta'aaf karaa barbaachisaa ta'een jiraachu'uun, dhugamaan isa akka gammachiifttan hujii mishaa kamiinuu hojjachu'uun, firii akka daraarttanii fi Waaqa'llee beeku'uun guddata'aa akka deemittaniif ni kadhanna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka isin akka Gootta'aa maltetti le'iisaan guutuma guutu'utti isa gammachiittanu, hujii dansaa hujiisaan midhaan akka buuttanuu fi Waaqalle beekiisaan ittuma guddattanu hin daadimanna.