Colossians 1:11 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Goottaan hunna ifii ulfaata'aan, jabeenna isiniif kennu; waan mara ossaan dande'iisaafille ka gammaddanu isin godhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Irreeni guddinna isaa keesaa baatu ha isani jabeesitu, aka waan ch'ufa obsuma obsitani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka waan cufaa obsitan irreen guddinna isaa keessaa baatuu ha isan jabeessituu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gooftaan jajabinna huminna isaa ol aana'aa maraan isiniif haa kennu, obissaan'llee waan maraa danda'uuf gammachu'uun ka qophoofttan ta'uuf isin haa gayu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan hunna ifii ulfaata'aan, jabeenna isiniif kennu; waan mara ossaan dande'iisaafille ka gammaddanu isin godhu.