Colossians 1:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Mootummaa ifaa keessatti worra woyyicha woliin dhaala akka qoodattanu, Waaqa Abbaa isin geessiselle gammadaan galateeffadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle aka Abbaa galata deebiftani qilit'amtani, ka isani qit'eese qooda waan inni gumi isati khakhate isani kennu, finna ifsa isaa keesati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee waan Aabboo Waaqii akka warra qulqulloo waliin gammaddanii qiliixamtan qooda dhaalaa ka ibsee mootummaa hegerii keessaatiin isan ga'eef galata galchaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gammachuu woliin waa maraanuu obsu'uun dhaabattanii hunna ulfinna isaatiin jabeenna maraan jabaata'aa Rabbii akka ifa ristii woyyoota woliin qoodamnu nu taasise Aabbaan galatoonfata'aa, waa maraanuu isa gammachiisu'uun akka Goofta'aa ta'utti akka jiraattan isin kadhanna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
gammachuu woliin waan maraanuu dhaabattanii obsu'uuf akka haga hunna ulfinna isaatitti jabeenna maraan jabaata'aa ristii woyyoota woliin akka qoodamnuun nu gaye, Aabbaan galateeffata'aa, waa maraanuu isa gammachiisu'uun akka Goofta'aa ta'utti akka jiraattan isin kadhanna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dabalee'llee mootummaa ifaa keessatti Qulqullaawotaan woliin qabiyyee akka qoodamttaniif ka isin taasise, Waaqa Abbaa gammachu'uun galateeffadha'aanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootummaa ifaa keessatti worra woyyicha woliin dhaala akka qoodattanu, Waaqa Abbaa isin geessiselle gammadaan galateeffadha'a.