Colossians 1:16 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sababilleen wonni ol-gubba'aa fi lafa irra jiru, wonni mudhatuu fi hin mudhanne, hunnootii fi bulchitooti ol-gubba’aa, dura aantole'ee fi worri baallii qabanu duudiinuu isaan dadamane. Waaqi waan duudii karaa isaatii fi isaaf dade.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi Waaqi waan lafafi gubba jira ch'ufa isaani uume, waan mullatafi ka imullannelle, hayyootafi, worra irre qabuufi, ka wo mohatuufi, ka jabeenna qabu ch'ufa. Waaqi waan lafafi gubba jira ch'ufa isaafi uume, isaani uume.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif Waaqii waan lafaa fi gubbaa jiraa cufaa, waan mullataatii fi ka hin mullaneellee, hayyoota, warra irree qabu, ka moo'atuu fi ka jabeenna qabu cufaa isaan uume. Waaqii waan lafaa fi gubbaa jiraa cufaa isaan uumee, isaaf uume.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sami'ii fi arddii irra ka jiran, wonittoonni muldhatanii fi ka hin muldhanne, huminnoonni sami'iitii fi bulchitoonni, itti gaafatamoonnii fi aangoo worri qaban maarrinuu, ka uume isaan, isaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababilleen wonni ol-gubba'aa fi lafa irra jiru, wonni mudhatuu fi hin mudhanne, hunnootii fi bulchitooti ol-gubba'aa, dura aantole'ee fi worri baallii qabanu duudiinuu isaan dadamane. Waaqi waan duudii karaa isaatii fi isaaf dade.