Colossians 1:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni waan duudi'iin duraa jira; wonni duudiin isaan wol qaqqabatee dhaabbate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan ch'ufa dura jira, isa keesa wonti ch'ufti fulla ufi qabdi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii waan cufa dura jira, fulaa isaatti wantii cuftii fulaa ufii qabdi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni maraa dura, martuu isaan wol qabateera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee maraa dura, martuu isaan wol qabateera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni waan maraan duranattuu ni jira ture, wonitti marrinuu wol qabatee ka dhaabate isaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni waan duudi'iin duraa jira; wonni duudiin isaan wol qaqqabatee dhaabbate.