Colossians 1:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Guutummaa waaqumma’aa Ilma isaa keessa akka jiraattu, fedha Waaqa Aabba'aa waan te’eef tun teete.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro fed'i Waaqaatiifi Ilmi qit'ooma Waaqaa ufi keesaa qaba.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo fedhii Waaqaatiif ilmii qixxooma Waaqaa ufii keessaa qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi guutumaan guutu'utti isa keessa akka jiraatuuf, karaa isaatiin dhiiga fannoo irratti jigeen nagaya buusee waan ardi'ii fi samii irra jiru maraa ufiin wolitti araarsuu waan fedheef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi guutumaan guutu'utti isa keessa akka jiraatuuf, karaa isaatiin dhiiga fannoo irratti jigeen nagaya buuseeti waan ardi'ii fi samii irra jiru maraa ufiin wolitti araarsu'uuf waan fedheef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun'llee ka ta'e guutummaan Waaqummaa isaa Ilma isaatiin akka jiraatuuf, fedhii Waaqa Abba'aa waan ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guutummaa waaqumma'aa Ilma isaa keessa akka jiraattu, fedha Waaqa Abba'aa waan te'eef tun teete.