Colossians 1:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
dhugeeffattoota Kiristoosiin woyyoontanee fi addatantane, ka qachaa Qolaasiyaasii keessa jirtanuuf: Waaqi Abbaan keenna badhaadhaa fi nageya isiniif kennu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gara gumi Waaqa ta Kolosai jirtu, oboleyaani teenna ta d'uga Kristo keesa jirtu. Waaqi Abbaani keenna eebafi nagaya isanii kenninna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboleeyyan teenna qulquloo ta dhugaa kiristoo keessa jirtuu fi gumii Waaqaa ta Qol. osaayii jirtu cufaaf Waaqii Abbaa keennaa eebbaa fi nagaa isanii kenninna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woyyoota Qolaasiyaasiin keessa jiranii fi obboleeyyan Kiristoosiin hedatan, Rabbii Abbaa keennaa fi Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiin irraallee badhaaninii fi nageenni isinii haa ta'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Woyyoota Qolaasiyaasiin keessa jiranii fi obboleeyyan Kiristoosiin hedatan, Rabbii Abbaa keennaa fi Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiin irraallee badhaaninii fi nageenni isinii haata'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qolaasiyaas ka jiraatan, Kristosiin Qulqullu'uu fi amanamttoota amanttoota ta'aniif, Waaqa keenna Abbaa biraa, kennaan isaa ka bilisaatii fi nageenni isiniif haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
dhugeeffattoota Kiristoosiin woyyoontanee fi addatantane, ka qachaa Qolosaayisii keessa jirtanuuf: Waaqi Abbaan keenna badhaadhaa fi nageya isiniif kennu.