Colossians 1:20 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi waan ol-gubbaa jirulle te'ee, waan lafa irra jiru mara ifi woliin araarse; dhiiga Ilma ifii ka fannoo irratti jigeen nageya buuseera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilma isaatiini, Waaqi uumamaa ch'ufa gara ufi deebise. D'iiga Ilma isaa ka maskali gubbati jigeeni nagaya tolche, akanaani waan lafafi gubba jira ch'ufa gara ufi deebise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii uumama cufaa, karaa ilma isaatiin ufitti araarse. Dhiiga ilma isaa ka fannoo gubbaatti jigeen nagaa tolchee, waan lafaa fi gubbaa jiraa cufaa gara ufii deebise.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Karaa isaatiin'llee sami'itti ta'ee arddi'itti'llee wonittoota jira maraa mataa isaa woliin ni araarsse, fannoo irratti ka jige diiga Ilma isaatiin'llee, nageenna ni taasise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi waan ol-gubbaa jirulle te'ee, waan lafa irra jiru mara ifi woliin araarse; dhiiga Ilma ifii ka fannoo irratti jigeen nageya buuseera.