Colossians 1:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Duraan Waaqa irraa fagaattanee le’aa turtane; waan hantuu yaadiisaa fi hujiisaan diina isaa teetaneettaniiyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duri wonti hamtuuni isani tolchitaniifi ta isani hereddani Waaqa ira isani fageesite, nyaapa isaa isani tolchite.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii hamtuun isan durii tolchitanii fi ta isan herreddan Waaqaa irraa isan fageessitteeti, nyaapha isaa isan tolchite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worra shinga'aa fi mudaa hin qabne woyyoota isin taasisee, isa afoo isin dhiyeessu'uuf, hujii dharaa ka dura irraa fooyamtanii raawwatu'uun yaada keessaniin diintota turtan, amma fannifamu'uu fi du'uu ufiitiin isin araarse.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isinillee worra shinga'aa fi mudaa hin qabne woyyoota isin taasisee, isa afoo isin dhiyeessu'uuf, hujii dharaa ka dura irraa fooyamtanii raawwatu'uun yaada keessaniin diintota turtan, amma fannifamu'uu fi du'uu ufiitiin isin araarse.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Duri Waaqa irraa fagaattanii ni jiraattan turttan, waayee yaada keessaniitii fi hujii hamaa keessaniitiin'llee, diinota isaa ni turttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Duraan Waaqa irraa fagaattanee le'aa turtane; waan hantuu yaadiisaa fi hujiisaan diina isaa teetaneertaniiyyu.