Colossians 1:22 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Amma ammoo woyyoole'ee fi qulqulloolee, ka komiille hin qanne isin godhee fuula ifii duratti dhikeessiisaaf, Ilmi isaa nafa namumma'aatiin waan du’eef Waaqi ifi woliin isin araarse.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo amma maro duisa nafa Ilma isaatiifi Waaqi ya ufiti isani araarse aka isaani qulqulleese qit'oomse wollaala male fuula isaa duraani d'ufu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Amma ammaoo marroo du'a nafa ilma isaatiif Waaqii ya ufitti isan araarse, akka isan qulqulloomsee qixxoomsee wallaala malee fuula isaa duratti isan dhiheesse.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amma garuu Qulqullaawomaa fi qulqullinna, ashaan'lleen ka isinitti hin jirre taasisee ufi duranatti isaan dhiyeessu'uuf, sababa Ilmi isaa fooniin du'uu isaatiin, Waaqinni mataa isaa woliin isin ni araarsse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma ammoo woyyoole'ee fi qulqulloolee, ka komiille hin qanne isin godhee fuula ifii duratti dhikeessiisaaf, Ilmi isaa nafa namumma'aatiin waan du'eef Waaqi ifi woliin isin araarse.