Colossians 1:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani amma isiniif rakkachuu kiyyaan hin gammada; marroo wolde'a kiristaanaa ka nafa isaa te'eelle, rakkinna Kiristoosii qoodamiisa irraa waan naa dhidhate foon kiyyaan rakkatiisaan hin guuta.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini amma waan maro teesanii gaargaleefi gammada. Wonti akanatiifi, maro gaargala nafa kiyyatiifi, anini gaargala Kristoni maro nafa isaatiifi gaargale ka hafe hobaasa. Nafi isaa gumi isaati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin ammaa waan marroo teessaniif jedhee gaargaluuf ingammada. Wanti akkanaatiif, anin marroo gaargala nafa kiyyaatiin, gaargala kiristoon marroo gumii isaa ta nafa isaa jedhee gaargale irraa ka hafee hobbaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani amma waan keessaniif jedhee rakkachuu kiyyaan hin gammada. Waan nafa isaa jechuun waan woldaa Kiristaanaatiif foon kiyyaan rakkachuu Kiristoosiitiin waan hanqate anillee hin guuta.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani Amma waan keessaniif jedhee rakkachuu kiyyaan hin gammada. Waan nafa isaa jechuun waan woldaa Kiristaanaatiif foon kiyyaan rakkachuu Kiristoosiitiin waan hanqate anillee hin guuta.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amma'llee waayee rakkinna isiniif fudhadhuutiin ni gammada; waayee qaama isaa ka taateetii fi waayee woldaya amanti'iitiif'llee, rakkinna Kristosii qoodamu'uuf ka narraa dhidhate, foon kiyyaan ni guuta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani amma isiniif rakkachuu kiyyaan hin gammada; marroo wolde'a kiristaanaa ka nafa isaa te'eelle, rakkinna Kiristoosii qoodamiisa irraa waan naa dhidhate foon kiyyaan rakkatiisaan hin guuta.