Colossians 1:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Jecha Waaqaa guutuma guutu'utti isiniif mudhisiisaaf, akkuma itti gaafatamummaan naa kennantetti ani tajaajilaa wolde'a kiristaanaa te'eera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi ya hojattu gumi isaa na tolche; inni huji tana aka dansooma keesaniifi tolchu naa kenne. Hujiini tuni aka dubbi Waaqa tana ch'ufa odeesu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii akka anin dubbii isaa tana guutee haasa'uu, ya hojjataa gumii ufii na tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan keessaniif akkuma naaf kenname akka bulchaa mana Rabbiititti dubbii Rabbii raawwadhee akka himu, ani tajaajilaa woldaa Kiristaanaa ta'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan keessaniif akkuma naaf kenname akka bulchaa mana Rabbiititti dubbii Rabbii raawwadhee akka himu, ani tajaajilaa woldaa Kiristaanaa ta'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dubbii Waaqaa guutumma'aan isiniif ibisuu akka danda'uuf, akkaataa itti gaafatama Waaqa biraa naaf kennameetiin, tajaajilaa woldaya amantti'ii ta'ee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jecha Waaqaa guutuma guutu'utti isiniif mudhisiisaaf, akkuma itti gaafatamummaan naa kennantetti ani tajaajilaa wolde'a kiristaanaa te'eera.