Colossians 1:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jechi Waaqaa kunille, dhossaa baroota dabarane ilmaan namaa duraa dhokattee turtee, amma ammoo kolbaa isaatitti mudhiffante.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti kunini waan inni duri d'aloota ch'ufa d'osse ammo amma gumi ufiti mullise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii kunin waan innii durii dhaloota cufaa dhossee, amma ammoo gumii ufiitti mullise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin kunillee jalqaba dhalootaatii jalqabee dhossaa dhokatee ture; amma ammo woyyootatti mudhateera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dubbiin kunillee jalqaba dhalootaatii jalqabee dhossaa dhokatee ture amma ammoo woyyootatti mudhateera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun'llee dubbiin Waaqaa baroota dabrrantti ilmaan namaa jalaa dhokatee ka turee fi amma garuu Waaqinni worra amanan maraaf, dhossaa ibise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jechi Waaqaa kunille, dhossaa baroota dabarane ilmaan namaa duraa dhokattee turtee, amma ammoo kolbaa isaatitti mudhifante.