Colossians 1:27 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi dhossaa ifii ta ulfinna guutuu qaddu tana worra Yihudoota hin te’in oddu'utti, kolbaa ifiititti mudhisuu filateera. Dhossaan mudhatte tunille Kiristoosii isin keessa jiru; inni ulfinna isin dhaggattanuuf addii keessan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Heregi Waaqa kana: aka waan guddo mama ka duri d'ossani amma gumi ufiti mullisu. Wonti qara d'ossani suni tana: Kristoni isani keesa jira, wonti kunini aka isani guddinna Waaqa argattani agarsiifti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Herregii Waaqaa kun, akka waan guddoo mamaa ka durii dhossan amma gumii ufiitti mullisu. Wantii qara dhossan sunii kiristoo isan keessa jiru, wantii kunin akka isan ulfinna Waaqaa argattan agarsiifti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi dhossaa ufii ka ulfinna guutuu qabu kana, worra Yihuudota hin taane jiddu'utti namoota ufiititti mudhisuu barbaade. Dhossaan kunillee Kiristoosii isin keessa jiru. Kiristoos abdii ulfinnaati.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi dhossaa ufii ka ulfinna guutuu qabu kana, worra Yihuudota hin taane jiddu'utti namoota ufiititti mudhisuu barbaade. Dhossaan kunillee Kiristoosii isin keessa jiru. Kiristoos abdii ulfinnaa ti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni Qulqullootaaf ibisuu ka fedhe ka jiru ulfinna dhossaa kana ka durumma'aa, isin ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanne jiddu'utti, hagam ol aanaa ta'uu isaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi dhossaa ifii ta ulfinna guutuu qaddu tana worra Yihudoota hin te'in oddu'utti, kolbaa ifiititti mudhisuu filateera. Dhossaan mudhatte tunille Kiristoosii isin keessa jiru; inni ulfinna isin dhaggattanuuf addii keessan.