Colossians 1:28 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre nuuti nama maraaf Kiristoos lallanna. Nami mara Kiristoosiin ka bilchaate akka te'u, qarooma maraan nama mara hin gorsina, hin barsiinnalle'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi nu waan Kristo nama ch'ufati odeesina. Nama ch'ufa gorsineti barsiimna, qalbi teenna ch'ufaani, aka nami ch'ufti Kristo keesati guddate fuula Waaqa duraani d'umnu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf nu waan kiristoo qalbii teenna cufaan nama cufaa gorsinnee barsiimna, akka namii cuftii kiristoo keessatti guddatee nama dhugaa ta'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nullee karaa Kiristoosiitiin nama guutuu ta'u maraa dhiyeessu'uuf, nama maraa gorsa'aa, namoota maraa ogummaa maraan barsiisa'aa ka lallabnu kana.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nullee karaa Kiristoosiitiin nama guutuu ta'u maraa dhiyeessu'uuf, nama maraa gorsa'aa, namoota maraa ogummaa maraan barsiisa'aa ka lallabnu kana.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tokkoon tokkoon namaa Kristosiin nama gayeessaa akka ta'u taasfnnee dhiyeessu'uuf nama maraaf ogummaa mara barsiisu'uu fi gorssu'uun, waayee Kristosii ni lallabnna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre nuuti nama maraaf Kiristoos lallanna. Nami mara Kiristoosiin ka bilchaate akka te'u, qarooma maraan nama mara hin gorsina, hin barsiinnalle'e.