Colossians 1:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tun akka teetuuf, karaa hunna jadduu Kiristoos kennuu, ta ana keessatti hujiisatti jirtuutiin, ani wodhaantoo qabataa itti elowa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka waan kana guutu anini gaargale hojad'e irre jabdu ta na keesa hojatu; ta Yeso Kristoni na kenneeni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf waan irreen Waaqaa ta Yesus kiristoon naa kenne na keessa jirattee hojjattuf, anin itti danfee hojjadha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kanaafillee akkasuma na irratti hunnaan akkuma hojjatu hujii isaatitti wondhaansa bayu'uun dadhaba.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan kanaafillee akkasuma na irratti hunnaan akkuma ka hojjatu hujii isaatitti wondhassa bayu'uun dadhaba.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni huminna isaa ol aanaa ta'een ana keessatti waan hojjatuuf karaa huminna kanaatiin, kaayyoon kun akka raawwatamuuf, ciminnaan woldhaana'aa ni dadhaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tun akka teetuuf, karaa hunna jadduu Kiristoos kennuu, ta ana keessatti hujiisatti jirtuutiin, ani wodhaantoo qabataa itti elowa.