Colossians 1:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa isiniif daadimannu, yennaa mara Waaqa Abbaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosii hin galateeffanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu hojja ch'ufa Waaqa, Abba Aabbo keenna Yeso Kristo galata deebimna, hojja nu isanii kad'annu ch'ufa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu yo Waaqaa isanii kadhannu cufaa, Waaqaa Abbaa aabboo keenna Yesus kiristootii galata galchina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan keessaniif Rabbiin yoo kadhannu sababaa abdii sami'itti isinii qophaayee, amantii isin Yesuus Kiristoositti qabdan, jaalala woyyoota maraaf qabdan dhageennee, Rabbii Abbaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii hennaa maraa hin galatoonfanna. Waan abdii kanaa dhugaa jecha Dubbii Nagayaatiin firriftanii dhageettaniirtan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan keessaniif Rabbiin yoo kadhannu sababaa abdii sami'itti isinii qophaayee, amantaa isin Yesuus Kiristoositti qabdan, jaalala woyyoota maraaf qabdan dhageenneeti, Rabbii Abbaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii hennaa maraa hin galateeffanna. Waan abdii kanaa dhugaa dubbii Oduu Nagayaatiin firriftanii dhageettaniirtan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isiniif yeroo kadhannutti Abbaan Gooftaa keenna Yesus Krstosii Waaqa Abbaa yeroo mara ni galateeffannaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa isiniif daadimannu, yennaa mara Waaqa Abbaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosii hin galateeffanna.