Colossians 1:5 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jecha Waaqaa ka teete Oduun Gammadaa, yennaa jalqaba gara keessan geette, addii isii keessa jirtu dhageettaneertan; tanaaf dhugeeffanna'aa fi jaalalli keessan addii ol-gubba'atti qophoottee, isin eegattu irratti hundootte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa dubbini d'uga, Oduuni Dansaani, gara keesani qara d'ufte, abdi isiini qabdu ya d'ageetani. Tanaafi d'ugefachaafi jaalalti teesani waan isani abdattani keesa jirti, ta gubba isanii olkayani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaafa dubbiin dhugaa, Oduun Dansaan gara keessan qaraa dhuftee, malaa abdii isiin qabdu ya dhageettan. Tanaaf dhugeeffachaa fi jaalaltii teessan waan isan abdattan ka gubbaa isanii ol kaan keessa jirti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Wongeelli dubbii dhuga'aa ta'e jalqaba gara keessan yeroo gayetti abddii isa keessa jiru dhageettanii jirttan, kanaaf amantii keessan fi jaalalli keessan ka hunddaaye sami'itti qophaayee ka isiniif turu, abddii kana irratti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year