Colossians 1:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ephafraa jaallatamaa ka addee teenna bu'ee tajaajilaa addatamaa Kiristoosii te’ee fi ka nu wolille'een hojjatu irraa tana barattaneertan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani waan kana Epafra ira barattani; inni huji teenna keesa wahela dansa nuu tahe maro teennaafi aka dansa Kristo hojata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan waan kana Ephafraas ka hujii teenna keessatti waahela dansaa nuu ta'ee, marroo teennaaf dhugeeffatamaa ta'ee Kiristoo hojjate irraa barattan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ephafiraa jaalatama'aa fi garbicha Rabbii ka nu woliin hojjatu irraa akkanatti barattan; innillee waan keessaniif tajaajilaa amanamaa Kiristoosiiti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ephafiraa jaalatama'aa fi garbicha Rabbii ka nu woliin hojjatu irraa akkanatti barattan; innillee waan keessaniif tajaajilaa amanamaa Kiristoositti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee bakka keenna tajaajilaa amanamaa Kristosii ka ta'ee fi nu'uun'llee woliin ka hojjatu, jaalatamaan Ephaafraas isinitti himee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ephafraas jaalatamaa ka addee teenna bu'ee tajaajilaa addatamaa Kiristoosii te'ee fi ka nu wolille'een hojjatu irraa tana barattaneertan.