Colossians 1:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ayyaana Waaqaatiin isin wol jaallatiisa keessanille inni nutti himeera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni aka Lubbuuni jaalala isanii kennite nuti odeese.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isatti akka Hafuurii qulqulloon jaalala isanii kenne nutti hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma waan jaalala keessanii ka Ayyaana Rabbiitiin ta'u nutti himeera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma waan jaalala keessanii ka Ayyaana Rabbiitiin ta'u nutti himeera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana inni Hafuura Waaqaatiin ufii keessan wol jaalachuu keessan, nutti himee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ayyaana Waaqaatiin isin wol jaalatiisa keessanille inni nutti himeera.