Colossians 2:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani isinii fi worra Laa'odiiqeyaatiif, akkasuma worra fuula kiyya hin dhaggin maraaf attam akka eloyiisatti jiru akka beettanu barbaada.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eega me, aka anini isanifi worra Laodikia keesa jiru ch'ufaafi worra na imbeennele hojad'e isaniti hima.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin isanii fi warra Laa'odiiqiyaatii, ammallee warra na hin beennellee hagam akka isanii hojjadhu isanitti himuu fedha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan keessanii fi worra Lodoqiyaa jiran fuula kiyyallee worri hin argine martinuu dadhabbii guddaa attamii akka qabu akka beettan fedha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan keessaniif worra Lodoqiyaa jiran fuula kiyyallee worri hin argine martinuu dadhabbii guddaa attamii akka qabu akka beettan fedha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee keessan fi waayee namoota Loodoqiyaa jiraniitiif, akkuma kana fuuluma kiyya'llee arganii waayee namoota hin beekinne maraafuu, hagam woldhaanssoo cimttuu akka taasisu akka beekittaniif ni jaaladha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani isinii fi worra Laa'odiiqeyaatiif, akkasuma worra fuula kiyya hin dhaggin maraaf attam akka elowiisatti jiru akka beettanu barbaada.