Colossians 2:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isinille Kiristoosii dadaa ifii duudii irratti mataa bulchiisaatii fi baallii maraa te'een, jiruu guutuu dhaggattane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
isanileeni ya jireenna mijuu isa keesa argattani. Inni mohachafi jabeenna ch'ufa ira jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan innii moo'achaa fi jabeenna cufaa irra jiru qabuuf, isaniilleen ya jireenna mijuu isa keessaa argattan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isinillee ka bulchiinsaa fi baallii maraa irratti mataa ta'e keessa taatanii guuttamtaniirtan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isinillee ka bulchiinsaa fi baallii maraa irratti mataa ta'e keessa taatanii guttamtaniirtan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin'llee jireenna guutuu ka argattan uumama isaa mara irratti, mataa bulchiinsaa fi aangoo maraa ka ta'e Kristosiin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isinille Kiristoosii dada ifii duudii irratti mataa bulchiisaatii fi baallii maraa te'een, jiruu guutuu dhaggattane.