Colossians 2:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa cuuphantane Kiristoos woliin awwalantane; isa wolille'een du’aa kaataneertan; hunna Waaqaa ka Kiristoos du'aa kaasetti waan dhugeeffattaneef, du'aa kaatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi gaafa isani batisani, Kristo woliini isani awaalani, ammalle batiso teesani keesa Kristo woliini duisa keesaa isani kaasani, waan isani jabeenna Waaqaa, ka duisa keesaa isa kaase, d'ugefattaniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaafa isan cuuphan, Kiristoo waliin isan awwaalan, ammallee cuuphama keessan keessa Kiristoo waliin du'a keessaa isan kaasan, waan isan jabeenna Waaqaa, ka du'a keessaa isan kaase, dhugeeffattaniif.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Cuupha'aanillee isa woliin awwaalamtan; ka cuupha'aan akkasuma hujii Rabbiitiin worra du'e keessaa isa kaasetti waan amantaniif isa woliin kaataniirtan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Cuupha'aanillee isa woliin awwaalamtan, ka cuupha'aan akkasuma worra du'an keessaa, hujii Rabbiitiin du'oota keessaa isa kaaseetitti waan amantaniif isa woliin kaataniirtan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo cuuphamttanitti Kristosiin woliin awwaalamittanii isa woliin'llee du'aa kaatanii jirttan, ka du'aa kaatan'llee Kristosiin du'aa ka kaaseen huminna Waaqaa titti amanuu keessaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa cuuphantane Kiristoos woliin awwaalantane; isa wolille'een du'aa kaataneertan; hunna Waaqaa ka Kiristoos du'aa kaasetti waan dhugeeffattaneef, du'aa kaatane.